TS Ispoortii

TS Ispoortii Oduu Fi Oddeefannoo Ispoortii Kan Biyyaa Keessaa Fi Biyyaa Alaa Hundawuu Afaan Oromootiin Isiniifi Dabarsinaa

Nan yaadadha gaafa tenhag ariโ€™ame, man united sadarkaa 13ffaarra ture! Leenjisaa cimaan kun (amorim) dhufee man united i...
26/01/2025

Nan yaadadha gaafa tenhag ariโ€™ame, man united sadarkaa 13ffaarra ture! Leenjisaa cimaan kun (amorim) dhufee man united isa kufe kaasee olqabee sadarkaa 13ffaarraa gara sadarkaa 13ffaatti olguddise! Dandeettii taphattoota duโ€™anii turanii kanneen akka GOAT ANTONY faa iddootti deebise! Qalbii fi yaada taphattootaa iddoo tokkotti sassaabe! Inumaayyuu TV fi bilbiloota harkaa kutaa uffannaa taphattootaa keessa taaโ€™anii qalbii nama facaasan dhabamaa taasise! akkuma tenhag sijaallanna!!
sami๐Ÿ˜

โœ๏ธAkka leenjisaa tokkootti ciminaa baay'ee ni qaba, haa ta'u malee immoo ciminaa leenjisoonni baay'een hin qabne ni qaba...
26/01/2025

โœ๏ธAkka leenjisaa tokkootti ciminaa baay'ee ni qaba, haa ta'u malee immoo ciminaa leenjisoonni baay'een hin qabne ni qaba, ciminni inni akka dhuunfaatti qabu keessa kan yeroo hundumaa na ajaโ€™ibsiisuu tapha Garee faallaa hubachuu fi dubbisuu sirriitti dandaโ€™a .Kanaafiis immoo ragaa an isiiniif dhiheessuu dandaโ€™u jijjiirraa taphattoota milkaa'ina qabu taasiisuu bu'a guddaa irra argatee akkasumas immoo taphumaa keessatti iddoo uumamaa duraan taphattootni irratti taphataan jijjiiruudhaan milkaaโ€™uu dandaโ€™e jira.
Wolumaagalatti Arnee Isloot leenjisaa Onnee qabuudha.๐Ÿ˜
Sababaa keetiifin namoota Mataa moluu hunduma jaallachuu jalqabee๐Ÿ˜‚

26/01/2025

Waliin Liivarpuul Afaan Oromootiin โ€“ Reefu deeggartoota isaanii olaanoo keessaa tokko ta'uun beekamtii argadheera!

26/01/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Livarpuul Mootii England

26/01/2025

Wantii nama tokkoon jiigfamu, Dubartii qofa!!

Injinar Daaniโ€™eel Gamaadaa ( Kara Deemaa) iddoo inni of dhoksee turetti humnoonni mootummaa Impaayera Itiyoophiyaa hordo...
26/01/2025

Injinar Daaniโ€™eel Gamaadaa ( Kara Deemaa) iddoo inni of dhoksee turetti humnoonni mootummaa Impaayera Itiyoophiyaa hordofanii aggaammii ajjeechaa irratti raawwatanis waaqni lubbbuu isaa oolcheera.

Haleellaa motor Cycle(Doqdoqqeedhaan) ariyaโ€™anii irratti raawwatan saamichaaf waan godhame fakkeessanii irratti yoo raawwatan birmannaa wanti isaan yaadan birmannaa Ummanni godheen lubbuun isaa ooleera.

Amma waldhaansa gahaa argatee haalli fayyaa isaa amansiisarra jira. Dhugaa Oromoo maalif dubbattaan hammana gatii nama kafalchiisa.

Impaayerattiin mana hidhaati kan jedhamuufis kanumaafi.

Naaf qaali New music Subscribe share godhaa hiriyoota keessaan biran gahaa.
26/01/2025

Naaf qaali New music
Subscribe share godhaa hiriyoota keessaan biran gahaa.

...

โœ…Taphoota Piriimeer Liigii torbee kana ๐Ÿ’ Kibxata har'aa04:30 ๐Ÿ”ฐ Bireentfoord Maan Siitii waliin 04:30 ๐Ÿ”ฐ Cheelsii Bornmaawu...
14/01/2025

โœ…Taphoota Piriimeer Liigii torbee kana

๐Ÿ’ Kibxata har'aa
04:30 ๐Ÿ”ฐ Bireentfoord Maan Siitii waliin
04:30 ๐Ÿ”ฐ Cheelsii Bornmaawuuz waliin
04:30 ๐Ÿ”ฐ Westhaam Fulhaam waliin
05:00 ๐Ÿ”ฐ Nootinghaam Livarpuul waliin

๐Ÿ’ Roobii borii
04:30 ๐Ÿ”ฐ Everteen Astonvilaa waliin
04:30 ๐Ÿ”ฐ Leesteer Kiristaal Paalas waliin
04:30 ๐Ÿ”ฐ Niwkaastil Wolviis waliin
05:00 ๐Ÿ”ฐ Arsenaal Tootenhaam waliin

๐Ÿ’ Kaamisa
04:30 ๐Ÿ”ฐ Ipswiich Taawun Biraayteen waliin
05:00 ๐Ÿ”ฐ Maan Yunaayitid Saawuzhampiten waliin

๐’๐‡๐€๐‘๐„ Godhaa
๐šœ๐š‘๐šŠ๐š›๐šŽโžช https://t.me/Saalah_21

.๐Ÿ˜˜Erga Galchii lakkoofsiseen booda laamiinee yaamaal haala Nemar Jn gammachuu ibsate.
09/01/2025

.
๐Ÿ˜˜Erga Galchii lakkoofsiseen booda laamiinee yaamaal haala Nemar Jn gammachuu ibsate.

.๐Ÿ’•Pablo Gavin Erga bara 2023 asitti Galchii isaa jalqabaa Baarseloonaaf lakkoofsisee jira.
09/01/2025

.
๐Ÿ’•Pablo Gavin Erga bara 2023 asitti Galchii isaa jalqabaa Baarseloonaaf lakkoofsisee jira.

Tilmaama keessan keenaa me? ____Tapha Waancaa Carabao Cup walakkaa xumuraa marsaa jalqabaa โšช๏ธ Tottenham ๐Ÿ†š๏ธ Liivarpuul ๐Ÿ”ด ...
08/01/2025

Tilmaama keessan keenaa me? ____
Tapha Waancaa Carabao Cup walakkaa xumuraa marsaa jalqabaa

โšช๏ธ Tottenham ๐Ÿ†š๏ธ Liivarpuul ๐Ÿ”ด

๐Ÿ“† Harr'a galgala

โฐ Sa'aatii 05:00 ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

๐ŸŸ Istaadiyeemii Tootinaam

.โœ…Maandisa jabaa Gareen Liiverpuul Argate Nama jabaa kubbaa miilaa Arne Slot.โœ…Hanga Walakkaa bara dorgommii kanaatti Mil...
08/01/2025

.
โœ…Maandisa jabaa Gareen Liiverpuul Argate Nama jabaa kubbaa miilaa Arne Slot.
โœ…Hanga Walakkaa bara dorgommii kanaatti Milkaa'inoota Gurguddoo galmeessaa dhufan.
โœ…Liigichaan Jalqaba irra taa'uun bara haaraa simatan shaampiyeensi liigiinis akkasuma.
โœ…Dorgommiiwwan gosa hundaan taphoota taphate keessaa tokko qofa moo'ame. Galchiiwwan 68 morkataa isaa irratti roobse.

๐Ÿšจ Isinis Liinkii armaan gadii kanaan seenaa   godhaa sagalee keessan itti dabalaa!!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐šœ๐š‘๐šŠ๐š›๐šŽโžช  https://t.me/Saala...
08/01/2025

๐Ÿšจ Isinis Liinkii armaan gadii kanaan seenaa godhaa sagalee keessan itti dabalaa!!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐šœ๐š‘๐šŠ๐š›๐šŽโžช https://t.me/Saalah_21

Address

๐—›๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฟ
Addis Ababa
LOVESALAA153GMAIL.COM

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when TS Ispoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Videos

Share