Meeshaa amayyaas .. ni qabu .
Xiyyeeffannoo
Hayyootaa fi xinxaltoota akkasuma ijoolleen fugug hundi kan dhimmi fugug isin yaachisu martinuu yaada gabaabaa tokkoon qaba
Qaama dhimma kana keessatti hirmaachuu qabu
1,Qaamota mootummaa olaanoo harargeen biqilchite kan quuqama fugug qaban
2,manguddoo ykn abbootii gadaa fugug qabdu keessaa bekkamoo kan tahan
3,abbootii amantii gurguddoo fugug qabdu gurguddoo fi hayyoota amatii
4,hayyoota ykn rogeeyyii miidiyaa hawaasaa fi xinxaltoota diinagdee
5,barattootaa dhaabbilee olaanoo fugug qabdu
Dhimmi
1,hegeree baha oromiyaa ykn fugug eeguu
2,diinagdee baha oromiyaa hawaasa baha oromiyaatiin akkamitti dhunfatamee hawaasni keenya diinagdee sochoosuu ittiin dandeessisuu fi gama indastriitti akka cehan taasisuurratti
3,hunda dura caalaa hawaasa dadammaqsuu ykn hubannoo uumuudha dhimma kanarratti
Rakkoo nu mudachuu malu karoora kana gufachiisuuf
1,hawaasa keenya soomaaleetiin walitti nu buusuuf yaaluu dandahu
2 ,maqaa hin taane nutti moggaasanii nu doorsisuuf yaalu
3,waldaalee hawaasaa kharaa wal daalee abbootii dhunfaa ykn mootummaatti jijjiiruuf yaalu fkn shira waldaa raammis irratti bara 1990 keessa hojjatame laaluu dandeenya
Dabalataan
=dhimmi kun caalatti qaamoota armaan olii yoo ilaallatees hawaasa baha oromiyaa hunda ilaallata yeroo jedhu ummata oromoo baha oromiyaa qofa osoo hin taane nama dhiigni isaa oromotti galu hunda laallata
-please namoonni as keessa jirtan hundi keessan dhimma kana gad fageenyaan haa laallu
Nagaya post qofaan social media dhippisuu osoo hin taane hojiidhaan gad baanee dhimma kanarratti osoo hojjannee natti tola lammiiwwan kiyya ilmaan oromoo
Kanaaf hadaraa qaamni dhimmi laallatu kan rakkoo fuuldura nutti as deemtu ilaalee arku hawaasa keenya haa baraarruu kun
Dhimma oromoo hundaati
=Lammii teenya haa baraarruun dhaamsa kiyya
#Share godhuun oromoo fi oromiyaan gahaa
https://t.me/Behonest43