Tamuu Shows

Tamuu Shows Lammiin Lammiif

Permanently closed.
10/09/2022

Uummata Hawwatooko

Baga 2015 Geessan!πŸ™

Photo of the day !
10/09/2022

Photo of the day !

Kaleessi Dabreera, Bor hin dhalanne, Yeroon qabnu har'a qofa.Tamuu Gadisa YosephAdd
10/09/2022

Kaleessi Dabreera, Bor hin dhalanne, Yeroon qabnu har'a qofa.

Tamuu
Gadisa
Yoseph
Add

Tamuu Shows ADDMul'ata kee dhugoomsuufGaafa deemsa jalqabduGatii itti baaftu malee,Galma kee hin qaqqabduKaraan isaa fag...
09/09/2022

Tamuu Shows ADD
Mul'ata kee dhugoomsuuf
Gaafa deemsa jalqabdu
Gatii itti baaftu malee,
Galma kee hin qaqqabdu

Karaan isaa fagoodha
Adeemsi isaa jabaadha
Milkii aarsaadhaan male
Hin argattu gabaadhaa!

Galaan baadhattee baate
Karaatti sirkaa dhuma
Aduun saafaa si guba
Yandoon roobaa si tuma

Aannan sirkaa itita
Ni sama okoleenkee
Galmi sirraa fagaata
Ni laafa mogoleenkee

Garaan sitti xamba'a
Beelaaf dheebuun siwaada
Bineensi garaagaraa
Si soorachuuf; si gaada

Gaararraa mucucaatta
Gad si harkisa guulli
Qaamnikee ni dhorama
Sitti xoolaga; fuulli

Gufuudhaan sakaalamta
Lagnillee sitti guuta
Tarii galma hanqattee
Atillee itti duuta!

Dukkana hamaa keessatti
Dungoon sijalaa dhaama
Maatii aanaafi firri
Maqaa biraan si waama

Namarraa adda baatee
Gungumta akka raatuu
Kophaa ofiin dubbattee
Kaayyoof taata maraatuu

Firri gaafa bal'inaa
Mana keetii shubbisu
Tarii gaafa sanammoo
Yaadatee sin dubbisu

Eela deemsa kaayyootiin
Garaankee osoo gubatuu
Ummata guutuu keessaa
Dhabda kan si hubatu

β€œEdaa an naman qabuu?”
Jetteetu of gaafatta
Fira afaaniif gochaa
Gaafas addaan baafatta

Egaa.. akkuma worqeen
Ibiddaan qoratamu
Gidiraa darban malee
Namummaa-n horatamu

Biyyi lafaa qorumsa
Na dhageessaa yaa tiruu?
Kaayyoon aarsaa maleetti
Galma ga'u hin jiru!

Iyyeen sitti dubbadha
Gurra duuchattee-n rafin
Sodaa woreega baasuu
Galma male hin hafin

Miila duratti malee
Duubatti hin butatin
Abdiin wodaroo miti
Gonkumaa hin kutatin

Bakka yaadde qaqqabuuf
Obsa guddaa qabaadhu
Fedha Rabbiin milkoofta
Kaayyoo keetti jabaadhu!

Kunis Oromoodhaa β™₯οΈπŸ’šβ™₯️Tamuu Shows
08/09/2022

Kunis Oromoodhaa β™₯οΈπŸ’šβ™₯️
Tamuu Shows

The goodness you have done will make us proud forever !Tamuu Shows  wabii πŸŽ‰Today's the best photo πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’š........ beauti...
08/09/2022

The goodness you have done will make us proud forever !
Tamuu Shows
wabii πŸŽ‰
Today's the best photo πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’š........ beautiful







Happy Constitution Day 🀩🀩Gutu Abera
07/09/2022

Happy Constitution Day 🀩🀩
Gutu Abera

+loveβ–  unforgettable legend with his mother!!!Tamuu Shows✍️
06/09/2022

+loveβ–  unforgettable legend with his mother!!!
Tamuu Shows✍️

Filannoo Keeniyaa Bara kanaa irratti sagalee Caalman ka Dabre Dr Wili'aam Samu'el Ruttoon morkaa isaa Ra'ilaa Oodingaan ...
05/09/2022

Filannoo Keeniyaa Bara kanaa irratti sagalee Caalman ka Dabre Dr Wili'aam Samu'el Ruttoon morkaa isaa Ra'ilaa Oodingaan mana murtii keeniyaatti himatamus, mannii Murtii mirgaa bitaa ilaalee Dr Wili'aam Samu'el Ruttoon Presdaantii Keeniyaa shanaffaa ta'ee haqaan filatamuu Isaa murteesseera.
Congratulations Ilma Abbaa Gadaa, Ruttoon ilma Oromoo Booranaati.

05/09/2022

Qaala'iinsi jireenyaa haaluma kanaan itti fufnaan

jechi "Biyyee Nyaadhu!" jedhu affeerraa malee

Arraba hin ta'u. πŸ‘‰ Tamuu Shows

Harmeen hundaa oligitaa takkaa'n qabduAni itti dabulleeyoomuu natti hin dabdu~Kolfaaf tapha keeti kanan an sooradhuHarme...
05/09/2022

Harmeen hundaa oli
gitaa takkaa'n qabdu
Ani itti dabullee
yoomuu natti hin dabdu
~
Kolfaaf tapha keeti
kanan an sooradhu
Harmee too faaya too
kuma naaf jiraadhu
~
Tamuu Shows✍️

The Oromo famous artists!!
02/09/2022

The Oromo famous artists!!

Likely β™₯οΈπŸ’šβ™₯️Tamuu Shows
01/09/2022

Likely β™₯οΈπŸ’šβ™₯️
Tamuu Shows

The Famous oromoo Artists togetherTamuu
30/08/2022

The Famous oromoo Artists together
Tamuu

28/07/2022
  amma of biraa dhabnus seenaan yaadataa!Tamuu Shows
17/07/2022

amma of biraa dhabnus seenaan yaadataa!
Tamuu Shows

Mammaaksa Oromoo
15/07/2022

Mammaaksa Oromoo

Samiif DacheettiIyyaa Kee dhaamee,Eessa seente atiSiin dhabee waamee?
12/07/2022

Samiif Dacheetti
Iyyaa Kee dhaamee,
Eessa seente ati
Siin dhabee waamee?

Dur baadiyyaa taatee kanaan hin barannee taanaan dhugaadha ati   keessatti hin guddanneeTamuu Shows
11/07/2022

Dur baadiyyaa taatee kanaan hin barannee taanaan dhugaadha ati keessatti hin guddannee

Tamuu Shows

LikeBilbila Koo
10/07/2022

Like
Bilbila Koo

Father of the Oromo languageSheek bakrii saphaaloTamuu Shows
09/07/2022

Father of the Oromo language
Sheek bakrii saphaalo

Tamuu Shows

Baga GEESSAN!β™₯οΈπŸ’šβ™₯️
08/07/2022

Baga GEESSAN!
β™₯οΈπŸ’šβ™₯️

*shanee marroo mitii shanee shimallis ijaaretu nama fixaa jiraa
05/07/2022

*shanee marroo mitii shanee shimallis ijaaretu nama fixaa jiraa

05/07/2022

Kan mataatti baatan mataatti nama tuftii jedhan
namaa

Tamuu Shows

Haacaaluu Hundeessaa Award
08/06/2022

Haacaaluu Hundeessaa Award

 β€οΈπŸ’šβ€οΈ
04/06/2022

β€οΈπŸ’šβ€οΈ

Gaazaxeessituun FIB TV Sabboontuu Ahmed sababa ammaaf hin beekamneen hidhamuun ishee beekamee jira Sabboontuun kaleessa ...
27/05/2022

Gaazaxeessituun FIB TV Sabboontuu Ahmed sababa ammaaf hin beekamneen hidhamuun ishee beekamee jira

Sabboontuun kaleessa galgalaa osoo lafa hojiitii baatee gara Mana isheetti galaa jirtuu polisootaan qabamtee gara wajjira polisii magaalaa finfinnee Labuu naannoo addaa muuziqaa safar jedhamutti geeffamuun ishee mirkaneeffamee jira.

  with
24/05/2022

with

22/05/2022

17/05/2022

The word of
β™₯οΈπŸ’šβ™₯οΈπŸ’šβ™₯οΈπŸ’šβ™₯οΈπŸ’šβ™₯οΈπŸ’šβ™₯οΈπŸ’šβ™₯️

Oromookoo yaa abbaa
fardaa,Yaa abbaa Daamaa
Yaa abbaa daalee
Soorii farda kee qopheessi
Eeboo kee qarii soroorsi
Gaachana Fannoo irraa buusi
Roorroo didee sirra marse
Maaliif duuta Mana teessee?

16/05/2022

Dhangala'uu dhiigaa
Caba lafee dugdaa
Osoo agartanii
hin callisiina biyyaa

Tamuu Shows✍️

 β™₯οΈπŸ’šβ™₯️
10/05/2022


β™₯οΈπŸ’šβ™₯️

https://youtu.be/JzxFJIWHBzU
08/05/2022

https://youtu.be/JzxFJIWHBzU

Caalaa Daggafaa ‐ Waa daganne ‐ New Oromo Music 2022 (Officail Vedio) & Melody: Caalaa DaggafaaComposer: Ebrahim SaidDir...

Gochaa baayyee garaa nama nyaatu mucaan asii gadittii argitan kun Harka   rasaasaan rukutamee du'e.
01/05/2022

Gochaa baayyee garaa nama nyaatu mucaan asii gadittii argitan kun Harka rasaasaan rukutamee du'e.

           β™₯οΈπŸ’šβ™₯️
30/04/2022


β™₯οΈπŸ’šβ™₯️

23/04/2022

WBO WALIINIS NI TOLLAAβ™₯οΈπŸ’šβ™₯️

Address

Shambu
OFTA'I

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tamuu Shows posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tamuu Shows:

Videos

Share