Qeerroo Pawer

  • Home
  • Qeerroo Pawer

Qeerroo Pawer music brand

20/12/2025

Yaa warra dhugaan RABBITTI amantan Nabi Muhammad S.A.W irratti salawaata buusaa.

20/12/2025

Yaa Allah qabrii muslimoota du'aan darban hunda ibsii fi warra lubbuun jiruuf jireenya salphisi.
🤲

🌟   🌟“Nama na irratti Salawaata tokko buuse,Rabbiin isa irratti Salawaata kudhan buusa.” Faayidaa Salawaata Nabiyyii irr...
20/12/2025

🌟 🌟
“Nama na irratti Salawaata tokko buuse,
Rabbiin isa irratti Salawaata kudhan buusa.”

Faayidaa Salawaata Nabiyyii irrattii Buusuun Qabdu 🌿

• Salawaanni qalbii tasgabbeessa
• Dhiphinaa fi yaaddoo salphisa

• Rabbi biratti sadarkaa namaaf ol kaasa
• Cubbuun ittiin haqama
• duniyaafi fi Aakhiraa keessatti ifaa ta’a

🤍 Amma haa buufnu 🤍

👉 Allahumma salli ‘alaa Muhammadin
wa ‘alaa aali Muhammad

✔️ Yaada keessatti barreessi
✔️ Hiriyoota keetiif qoodi
✔️ Qalbii kee Salawaataan guuti

Salawaanni ifaa jireenyaa keetii Taha 🌸

Akkuma Salawaata Buusteen
obbaleeyyan keeysaniif Qoodaa


31/10/2025

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

28/10/2025

Yaa Rabbi
Rakkoo teenya hunda nurraa furi
Haara nubaafachiisi.

28/10/2025

Namni Onnee Qulqulluudhan Nabii Mohammad ﷺ Jaalatu Salawaata Irratti Ha Buusu❣️

28/10/2025

Yaa ka Lama tiyin

28/10/2025

Dhaamsa shamarran

28/10/2025

Warra one nama cabsee demuu

28/10/2025
28/10/2025

Yaa Rabbi nih tolchii bulletin

28/10/2025

Rabbiin wan nu jabaate hunda nuf ha laaffisuu 🤍 🖤

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Pawer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Event Planning Service?

Share