Mirqan show

Mirqan show welcome to our page

28/03/2023

Fitnaa dhalaa ammaa shheekni keenya waan ja'an ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿค”

22/03/2023

Wal Dorgommii Muuzaa ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒJAWAR Fi HASSAN ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ

22/03/2023
Obboleewwan kiyya qaqqaalii Islaamaa guutuu Adunyaarratti argamtan hundi keessanuu baga ji'a Kabajamaa Ramadaanaa kan ba...
22/03/2023

Obboleewwan kiyya qaqqaalii Islaamaa guutuu Adunyaarratti argamtan hundi keessanuu baga ji'a Kabajamaa Ramadaanaa kan bara 2๏ธโƒฃ0๏ธโƒฃ2๏ธโƒฃ3๏ธโƒฃ
Hijrii 1๏ธโƒฃ4๏ธโƒฃ4๏ธโƒฃ4๏ธโƒฃ tiin isin gaye walumaanuu baga ittiin Nu gaye โค๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ warra irraa milkaaye nu haa godhu ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

Maatiin jaalala kuni baga geeysan umrii waliin dheeradha

https://youtu.be/IkLfmSNXE-g
21/03/2023

https://youtu.be/IkLfmSNXE-g

Wal Dorgommii Muuzaa ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒJAWAR Fi HASSAN ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ

21/03/2023
Walumaanuu baga ittiin Nu gaye
21/03/2023

Walumaanuu baga ittiin Nu gaye

14/03/2023

Rakkina Baqataa Oromoo biyya Yemen Magaalaa ADEN

Dire Dawa City โ€ผ๏ธ
14/03/2023

Dire Dawa City โ€ผ๏ธ

Raayyaan Abbaa Maccaa raayyaa ummata oromootiโ€œJabbiin kaaatee kormaan hin qixxaattu" Ilaallachaa sirbuutu wayyaadha!Hark...
11/02/2023

Raayyaan Abbaa Maccaa raayyaa ummata oromooti
โ€œJabbiin kaaatee kormaan hin qixxaattu" Ilaallachaa sirbuutu wayyaadha!

Harki Ustaaz Raayyaa Abbaamacca tuqe ni caba, Arrabni isatti dubbates ni dooma!
Raayyaan Biiflee Oromiyaa,Goota Gibee gamaa,warra Sanyii mootii fi leenca gama lamaati! Dugugguruu dugda Islaamumaa fi Sabummaati!

Raayyaan badhaasa waaqaati! Confidence, integrity, commitment fi quuqamni inni saba kanaaf qabu kan addaati. Gochaa fi kaayyoo oromoo irratti nama yoomuu hin raafamne, hayyuu fi mana kitaaba oromooti!
Kanaaf Namootni Raayyaa irratti gumgumtanii xiqqeessuuf yaaltan ofiif xiqqaattu. Raayyaa rabbiin ol qabe atin gadi hin qabdu. Isarratti shiraan ololuu miti, faarsuufuu beekumsa gaafata. Ammootuu Warri kaardii aalimaa fi ilmii namaaf hiruu feetan suuta jedhaa! "Jabbiin kormaan hin qixxaattu" tasgabbaa'aa!

Oromoo jabaa kee jabeessi.
Umrii Nuuf dheeradhu fira kiyya.โค

11/02/2023
" Osoo kirkirri hin mudatin dura guyyoota muraasa dura mana kiraa keessaa Abbaan Manaa mallaqa ani hin dandeenye narratt...
11/02/2023

" Osoo kirkirri hin mudatin dura guyyoota muraasa dura mana kiraa keessaa Abbaan Manaa mallaqa ani hin dandeenye narratti dabaluun mana keessaa na baase,garuu Kirkirri ( Zilzaalli) Turkiyaa rukute manni inni caccabsee burkuteesse tokko kan isaati,innis har'a ana wajjiin wal qixxaa'ee bakka tokko teenyee carqii hidhannee waliin ibidda oowwifataa jirra " jedhe dargaggeessi biyya Turkiyaa yoo mudannoo isaa himu !!!

Asirraa maal baratta ?

๐Ž๐๐ฎ๐ฎ ๐†๐š๐๐๐š๐š ๐€๐š๐ฅ๐ข๐ฆ๐ง๐ข ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š๐ง ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐ˆ๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š ๐‡๐š๐š๐ฃ๐ข ๐€๐š๐๐š๐ฆ ๐“๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š๐š ๐ƒ๐ฎโ€™๐š๐ง.Aalimni guddaan dachiin baha Oromiyaa Harargeen bi...
18/10/2022

๐Ž๐๐ฎ๐ฎ ๐†๐š๐๐๐š๐š

๐€๐š๐ฅ๐ข๐ฆ๐ง๐ข ๐†๐ฎ๐๐๐š๐š๐ง ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐š ๐ˆ๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š ๐‡๐š๐š๐ฃ๐ข ๐€๐š๐๐š๐ฆ ๐“๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š๐š ๐ƒ๐ฎโ€™๐š๐ง.

Aalimni guddaan dachiin baha Oromiyaa Harargeen biqilchitee hawaasa Itoophiyaa Fi addunyaatiif badhaaftee turte Sheek Aadam Tuulaa guyyaa hardhaa Onkoloolessa 18,2022tti duโ€™aan Kan godaanan tahuun dhagahame.

Hayyuun amantii Islaamaa Kun abbaa ulamaaโ€™otaa jechuudhaan Kan beekkamu Yoo tahu, Seenaan isaanii Waan himamee dhumuu miti.

Sheek Aadam Umrii isaanii waggaa 110tti Kan duโ€™an Yoo tahu, biyya isaanii Fi ummata addunyaatiif galata guddaa oolanii jiru jedhamee himama.

Rabbiin caffee jannataa isaan haa qubsiisu jechaa, Maatii, Firoottanii Fi Hawaasa isaan dhabeef jajjabina hawwina.

๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa 300 $ goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee 200 $ goon...
06/10/2022

๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa 300 $ goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee 200 $ goonaanis homtuu dide. 100 $ goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee yaa'e.
Jireenya keessatti waanta rakasaafi tola ta'e jaalachuun gatii nama baasisa.
ByKabbee kabbitooโ€Kabbee kabbitooโ€

Weellisaa   ja'ama. Namni Kun qabsoo bilisummaa keeysatti qabsawaa jabaafi gootummaa qabduudha. Dandeeytii yadaloofi wal...
05/10/2022

Weellisaa ja'ama. Namni Kun qabsoo bilisummaa keeysatti qabsawaa jabaafi gootummaa qabduudha.

Dandeeytii yadaloofi walaloon nama hiriyaa Hin qabneedha. Beekkumsaafi muxxannoo Weelluun kan qabu Tujjaan , arraas seeyfii aartii cittee qarriffaan qabe nama harkaa qabuudha. Nama Aartistii Isa caalu bocuu dandahuudha. Qarsaa tahuu Isaa Akka daganne nutiis qabsawaa kanaaf kabajaafi ulfina inni dhaloota biraa qabu ibsuufi feena. Namni Kun aartii qofaa mitii, seenaas nama beekuudha. Kanaafuu galaa inni harkaa qabu Khana irraa dhaaluu dandahuu qabna. Inniis kan dhaalchisu Akka tahuuf beekamtiifi kabaja laannaaf.

Raabaa Doorii

03/10/2022

.-Rakkoo tee nama hundaaf hin himin, osoo rakkoo tee caaltu qabuu si tuffataa, fala rakkoo teetii ofumaaf barbbaaddadhu.
-kiisa guuttachuu dura Sammuu gabbisuuf yaadi, Sammuu duroomteetu Kiisa sii guutaa.
-Gurra gaarii qabaadhu malee gurra arkkachuuf hin hojjatin, yoo gurraaf hojjate gaafa gurra dhabde Abdii kuatattaa.
-Beekuuf hojjadhu malee beekkamuuf hin dhiphatin, beekkamtii hattelee arkkachuu dandeessaa. Wanni nama si godhu beekkomsa qofa akka tahe beekhi.
-Dhabe jattee mataa gad-hin qabatin, boru duroomtee bakka geessu hin beeytuu, niin qaba jatteetiis nama hin tuffattin, boru dhabdee bakka dhaabbattu hin beeytuu.
-Abaluun fakkaadha jattee if-hin rakkisin, ati atuma malee nama biraa tahuu hin dandeessu. yoo nama biraa tahuuf yaalte takka hattuu tahuu malta, takkaa kijibaa tahuu malta.

Pictures of the Day
01/10/2022

Pictures of the Day

30/09/2022
30/09/2022

gammachuun obboleeyyan kheenyaa gammachuu Teenya Alhamdulillah
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Linki https://youtu.be/jgdeVyPUtrs
1M Viewers

30/09/2022

30/09/2022
21/09/2022
WAAMICHI DIRMACHUU SABUMMAA-TUMSA LAMMIIN LAMMIIF,Fulbana 16/2022tti Ummata Keenyaa Hongeen fi Beelaan miidhaman bira dh...
17/09/2022

WAAMICHI DIRMACHUU SABUMMAA-TUMSA LAMMIIN LAMMIIF,

Fulbana 16/2022tti
Ummata Keenyaa Hongeen fi Beelaan miidhaman bira dhaabbachuuf,Koree Qindeessitu Deeggarsa Ummataa "Tumsa Lammiin Lammiif"jedhu jalatti kan waamamee ture, Hirmaannaa Hawaasa bal'aa Baqattoota Oromoo Basaatin, Magaalaa Aden fi Naannawa ishiitti argamaniin:
1- Maallaqni America $:1100 USD,
2- Maallaqa Riyaal Saudi =650,
3- Maallaqa Riyaal Yamanii: Million Tokkoo fi Kuma Dhibba Ja'a fi Kuma Digdamii Shan fi Dhibba Torba, (Lakkoofsaan = 1625700,) Walumaa gala (TOTAL=$:2660US.Dollar๐Ÿ’ต walitti sassaabuum, Qophii guyyaa kanaa haala baay'ee bareedaa fi Milkii guddaan xumuramee jira!!

Xumurarratti Galata:
~Koree Qindeessituu Saganticha Qopheessan,
~Hawaasa Oromoo Basaatin Magaalaa Aden fi Naannawa ishii,
~Afooshaa Shanan Gibee,
~Afooshaa Odaa Bultum,
~Waldaya Sikkoo fi Mandoo,
~Addatti: Mustash-faalee, Super Markeetoota fi Mush-rifoota, Kanneen Maqaa hin dhawin bira dabarres yoo jiraattan nu hoffol-chaa jechaa?Hundi keessanuu kanneen fagoo fi dhihootis itti hirmaachuun, Sagantaa Deeggarsa Ummataa kana bareechuu fi Milkeessuu keessatti qooda gama keessanii fi Dirqama lammummaa keessan bahattan hunduu Ulfaadhaa,Galatoomaa isiniin jenna!!

~Deeggarsi Nuti Lammiilee Keenya Hongeen fi Beelaan miidhamaniif taasifnu jalqaba malee, Kan xumuraa miti!!
==========================//========================
Yaa Ummata keenya,Hogguu Waan Kennattan hin dhabinaa!!
Bakka kennitaniin Rabbiin Qabeenya keessanitti barakaa isiniif ha naqu!
Addunyaa fi Aakhirattis Warra Milkaa'e Rabbiin isin ha taasisu!!

*Tokkummaan Keenya Humna Keenya!!

"Jirbiin Wal gargaartee Arba hiiti"!!

~Koree Qindeessituu Sagantichaa Irraa!!
Fulbaana17/2022

Address

Aden
00967

Telephone

+967773212304

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mirqan show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mirqan show:

Videos

Share


Other Aden event planning services

Show All